Profile
Name
Kebeki Official
Description
from oromiyaโค๏ธ๐โค๏ธ subiscribe our channel ๐โ
Subscribers
14.7K
Subscriptions
Friends
Channel Comments
![]() |
Jamiladha
(3 minutes ago)
Qallii nama kana Calla jabadhuu mee akkamii rifeensa kiyya dheereefadha hadara rabbii
|
![]() |
GhazalGhazal-ts4uw
(9 minutes ago)
Anii ergan biy baee tak talb ijan Arge hin bekuu wly bitachuf garu man. Xalab jiir hin dandaau
|
![]() |
JamiilaaQasmii
(17 minutes ago)
dhugaa ketii lubbuu anilee fayyadama,jira
|
![]() |
KennaaGalaanaa
(28 minutes ago)
Talbaan bareeda anuu dibaacha jiraa dheeressu yoo dhiise bifaa isaa baay'ee bareeche
|
![]() |
Basheer-s5o
(31 minutes ago)
Akkami jirta sanyii ofii bagaa jirte birqamaa qurufudilee hin barbachisaa
|
![]() |
HinkosheeHinkosheeAgasalammii
(46 minutes ago)
Safuu ija hammitu irraa hafii qalii ko dhugaa kuni rifeenisa keti
|
![]() |
Birahaniyesus
(52 minutes ago)
Dibatanii amam ofiraa tursisuu kodee
|
![]() |
Masii-xt1mh
(2 hour ago)
Naa galee me dubatee dhiqatee moo dibate dhifatee me bareduu naa himii
|
![]() |
AsthirBayyu
(1 hour ago)
Dhugaa keetii jetee bayy'ee bareedaa jabadhuu bareeduu koo
|
![]() |
ChaltoChalto-le1tb
(2 hours ago)
Eyyen fayyiidaa gudaa qabaa qalii anii garuu madamiin koo badaa hin bituu malee yeroo qabaa itii fayyadaama sasii sirtii bekaa garuu
|
![]() |
BifTube34
(21 hours ago)
Masha Alaha ๏ธโ Sibiskirayibi Na godha Wali gudisina
|
![]() |
DasiDasi-s6h
(8 hours ago)
Lubbuu bishaniitii qofaa naqnaa moo waliin danfifnaa mee nattii himmii bakkaa sanatii naa galee rifeensii koo funduraa fi dubaanii bayyee cacabaa akkasumasii dherachuu didee mee waa nanii jedhii
|
![]() |
TadalouDida
(9 hours ago)
Guyyaa guyadhaan moo kaan dibamuu kodee
|
![]() |
AsnuTube
(12 hours ago)
Wow bayyee namati tola jabbesi bareduu koo barumsa baredaa nuuf
|
![]() |
tgistbirga
(11 hours ago)
Akkamitti itti fayadamani mee nuuf him talbaa hin danfisan moo akka?
|
![]() |
ZxxOoor
(2 hours ago)
Lubuu lkofsaa kee asirti nubaresii mee kara kesatin sidubisaa
|
![]() |
ChiyinaDajanee
(6 hours ago)
Talbaa Arabia fani malii jedhama nati imii malo
|
Add comment