Profile
Name
Abdii dhalootaa
Description
Subscribers
11.4K
Subscriptions
Friends
Channel Comments
![]() |
seenaashawwaa5233
(4 minutes ago)
Bayyee garaa namaa nyataa kayyoo ketii jabadhuu atii. Waqayyoo siif jiraa ๏ธ๏ธ
|
![]() |
Josephman941
(10 minutes ago)
yeru Bayy'ee Nama gadisiisaa ,dhiiroonii bayy'een hiriyootan dubaraaf Waan Gaarii hin yadanii,hundaa jechukos Miti , Waan hundafuu Ati Jabadhu kayyoo keef amanammii.
|
![]() |
DerartuBikilaMame
(17 minutes ago)
Gatiin kee fuula isa jiraa jabaadhu barnoota hedduun irraa baradhee dhugaa
|
![]() |
AyimanNasir-n8f
(28 minutes ago)
Ayiiiiiiii jabbadhu bareduu koo kessaa dabarteta sena koo wanan ara kessa jirudha kuni anaf gorsa cimma naf tateta
|
![]() |
RaggasaaBashaadaa
(32 minutes ago)
Atii namaa gariidhaa garuu bayyee namaa garamaa galtomii
|
![]() |
UrjiImana
(46 minutes ago)
Ati garuu bayyeema cimtuudha dhugaadha jabadhu
|
![]() |
AsmaMohammad-j2y
(51 minutes ago)
Uuuuuufffff caraa shamaranii .. anas wantiii akkasiii namuddattee turee
|
![]() |
FeyisaGetu-k9k
(2 hour ago)
Waaqayyo siif jira dhugaa isatu waadaa nyaate kanaafuu booru jireenya gaari Kan jiraatu sidha kanaafuu jabaadhu
|
![]() |
AsKl-z1b
(2 hour ago)
waqqayyoon dhumaa kee yaa bareechuu bareedduu tiyaa ab
|
![]() |
ChachaBirru
(3 hours ago)
Thanks for this message sistu
|
![]() |
DitaArsi
(9 hours ago)
Baay'ee namatti toltaa anii garu sii geeggara jabbaadhu namoota biroof illee fkn ta'i iyou
|
![]() |
TsalotChalo
(12 hours ago)
Galaatomi sistu waan baayyee siira barbaadee.
|
![]() |
MasiiGudeta
(8 hours ago)
Murten kee b'n nama gammachisi waqayyoo gati kee so basa ati jabadhu jabadu nama
|
![]() |
RozaUmer-n2h
(18 hours ago)
Uuuuuuuuuuufff hadhoo koo waa baayyee sirraa barree Rabbii sii birraa haa jiratuu
|
![]() |
CheruAbera-k5o
(19 hours ago)
Hi qashtii jabadhu kaayyoo kee milkeesii good!!
|
![]() |
MesRa-pk1kn
(12 hours ago)
Wly hedduu takka qalbii koo na cabseeโ๏ธ
|
![]() |
HababoAbera
(13 hours ago)
Homma mitti obsii
|
![]() |
WaaqayyoGuddaadha-b5v
(15 hours ago)
Dhugaan sii wolii jirti jabaadhu
|
Add comment