Profile
Name
Etv Afaan Oromoo
Description
Etv Afaan Oromoo is a channel where Ethiopian Broadcasting Corporation (EBC) uploads Afaan Oromoo news, programs and entertainment videos.
Subscribers
348K
Subscriptions
Friends (10)
Channel Comments
![]() |
Biraanee
(3 minutes ago)
Uuuuuuuuuuufffffeeeee ijoollee keenya nuuf jiiradha dhugaa hedduu nuu booharsaa jirtuu nama hubaatef baarnootalee qaba jaabadha
|
![]() |
Sukkaaree
(10 minutes ago)
Bayye namati toltu osoo xiqqo sa'at nuuf dheresitanii
|
![]() |
HamarsanILuu
(18 minutes ago)
Wayyoo dhugaa hangaa wallaan naatti birmatuutii kolfee. Jabadhaa jajjaabee koo
|
![]() |
LamesaEdosa-n1m
(28 minutes ago)
baayee namatti tolaa nuuf jabaadha. nuu boonsaa, kanaan dura baayee boodaatti afneerra.
|
![]() |
kennamaariyaam4968
(32 minutes ago)
Warri akka koo hirkoo hawwiin egaatan like tuqa
|
![]() |
siifuujimma
(46 minutes ago)
Uuuuuuuuuu yarabiiko kolifaan du ee wazoo bagumaa Oromo tatee
|
![]() |
munirataju1355
(52 minutes ago)
Bagaa nagaan dhuftan Oromoo koo
|
![]() |
yadinyadin3493
(1 hour ago)
Wwwoooww ijole kenya qali akati nati toltani pls me ijole qaxale kana laki sheri godhuni jabesa
|
![]() |
خديجةيوسفانور
(1 hour ago)
Situ afan oromo dubata jira mo anatu afan igilifaa baratee️️️️
|
![]() |
talilawesttube
(3 hours ago)
wow nama jechisiisa Ijjoolleen Kun hundi Miillaa fi Qoochoo Aartii Oromooti. Jabaadhaa !
|
![]() |
tonyyazbeck4770
(16 hours ago)
Hojii keessaan aboo gara koo akka isaa duraati naaf debisi hojii faan barbada good job guys
|
![]() |
tajouhipha5842
(10 hours ago)
Nuuf jiradha qalii waan ijolee
|
![]() |
LansaTolos
(5 hours ago)
Dhugaa baayee namatii toluu
|
![]() |
zafranizenu9593
(3 hours ago)
Waaqoo koo jaaba nama baayyee daandeessa jabadhuu
|
![]() |
oromia583
(21 hours ago)
Hirkoo waayyoo baayyee nuu koflachistee wlhi itti fufa
|
![]() |
AwwalSuleyman
(13 hours ago)
hirkoo maaltaatan Nuti isin jaallannaa , diraaman keessan baayyee kan nama hawwatu waan ta'eef sirumaayyuu bakka itti dhiifan irraa akka nuu eegalu san barbaanna isin 𝑺𝑶𝑶𝑹𝑨 𝑰𝑱𝑨𝑨 , 𝑮𝑼𝑹𝑹𝑨𝑨,𝑸𝑨𝑳𝑩𝑰𝑰 𝑭𝑰𝑰 𝑺𝑨𝑴𝑴𝑼𝑼 𝑲𝑬𝑬𝑵𝒀𝑨𝑨𝑻 𝑲𝑨𝑵𝑨𝑨𝑭𝑼𝑼
|
![]() |
FadiluRamuse-yg9zk
(8 hours ago)
wow galanni keessan dachaadha lammiiko.wagga kuma nuuf jiraadhaa!
|
![]() |
mucawaqayoo8337
(7 hours ago)
Nuuf jiradhaa please of egadhaa warrii nuu nyaachu baree akkaa isin hin nyaanee
|
![]() |
caaltuuesheetuu5763
(13 hours ago)
Raajuma kunihojii kee argadhu gamtaa
|
Add comment